Bonsa Adem - ARSITTII (Official Music Video)



Published
BONSA ADEM — ARSITTII | Official Music Video

ARSITTII — maqaa qofa miti; seenaa jaalalaa, safuu, kabajaa fi bareedina aadaa keenyaati.

Bonsa Adem sagalee isaatiin, Adugna Gashu immoo walaloo fi yeedaloo isaatiin miira jaalalaa gara keessanitti fidu.

Viidiyoon kun walbaruu fi hawwii jalqabaa irraa kaasee, yeroo waliin dabarsan, yaadannoo jaalalaa fi miira wal yaaduu keessa darbuun, gara gammachuu waliinitti nu geessa. Buna maatii waliin dhuguu, ilaalcha jaalalaa, uffata aadaa, shubbisaafi ho’a hawaasaa keessatti seenaa isaa hima.

Aadaan keenya eenyummaa keenya. ARSITTII keessatti, jaalala aadaa keenyaaf qabnu suuraa, sochii fi seenaa keessatti mul’isuuf hojjenneerra.

━━━━━━━━━━━━━━━━━━

ARSITTII is a celebration of love, dignity, and Oromo cultural identity.

Through exchanged glances at a family coffee gathering, tender moments together in the wheat field, the ache of longing, and the warmth of a nighttime community celebration, the video follows a connection that grows beyond its first spark.

Directed by Beka Gemedi, ARSITTII brings its story to life through expressive performances, cultural clothing, everyday gestures, and the shared joy of music and dance.

At LOKO, our love for our culture shapes the stories we tell and the care we put into bringing them to the screen.

━━━━━━━━━━━━━━━━━━

MUSIC & VIDEO CREDITS

Artist: Bonsa Adem
Song: ARSITTII
Lyrics & Melody: Adugna Gashu
Directed by: Beka Gemedi
Released on: Vision Entertainment

━━━━━━━━━━━━━━━━━━

Sirbi kun eenyu isin yaadachiisa? Kutaa viidiyoo keessaa kamtu isinitti tole? Yaada keessan nuuf barreessaa.

Who does ARSITTII remind you of? Tell us your favorite moment in the comments.

Like, share, and subscribe to Vision Entertainment for more Oromo music. Turn on notifications to follow upcoming releases.

Galatoomaa—deeggarsi keessan hojii keenyaaf humna!

#BonsaAdem #ARSITTII #OromoMusic #BekaGemedi #LOKO #VisionEntertainment

Follow Vision Entertainment:
YouTube: https://www.youtube.com/@visionentertainment4507

For business inquiries, licensing, and collaborations:
Visionentertainment2020@gmail.com

© Vision Entertainment. All rights reserved.

Unauthorized reproduction, re-uploading, distribution, or commercial use of this content is prohibited.