Mucayyoo Qalloo #bilillee #andualemgosa



Published
Mucayyoo qalloo, warra kuraa jiddaa,
Mullaadhu maaloo, jaalala maa didda
Mutuluu Rayyaa ,ayyaana abbaa keetii
Nu tulluu yaayyaa, warra gullalleeti

https://youtu.be/vIiLS_w514A?list=RDMMvIiLS_w514A